Obbo Kiristiyaan Taaddala humnoota nageenyaan ... keessatti maatii gaafachuufi tajaajilli biiroo kennamaa ture ALI Mudde 08 hanga 13, bara 2017 adda kutee akka turuu,'' ibsa.
Ittigaafatamaan waajjira abbaa Alangaa aanaa Gommaa Obbo Milkeessaa Dirribaa BBC'tti akka himanitti, namtichi Abdurahmaan Muusaa jedhamu ijoolee sadiirratti ocha safuu hawaasaa cabse raawwachuu himan.